Oromiyaan Uttuu Durreettii taattee
Jirtuu Iyyeetti Fakkeessanii!
Gola ishee honsannii, Seenaa ishee dhoksannii,
Kunnoo guyyaan ga'ee Ifatti arginnee,
Baayyee gaddinneeraa,
hanga hardhaatti kan goowwoomnee,
kan darbee nuga'aa dhaabbannee daawwaannee,
Oromiyaa keenyaaf maaliif fala hindhoofnee!
Qabeenya Uummaan akka badhaassaatti nuuf laateef Seenaa Bara dheeraa kan qabu Waa'ee Holqa Boolee quba qabdu?
Ilmaan Oromoo Kan diqama Oromummaa qabu hundaaf seena kana dhaamuun barbaada, innis biyyoota alaa keessatti warri parkii ykn bakka daawwii deemtan hunduu sammuu keessaan keessatti icciittii ani isin gaaffadhu deebbii isaa mana mana keessaan keessaatti waliin mar'adha
1- Bara meeqa biyyaa alaa jiraatee? ----------
2- yeroo meeqa bakka bashannanaa deemte?
3- Daawwannaa kee keessaatti waanti uummamaan ati argittee itti gammaddee hangam ta'aa?
4- Jireenya kee keessatti Uummamni hangam si dinqissiissa laata?
5- Yeroo biyyootta hedduu deemte ta'ee daawwannaa dhaaf hangam kaffalteetta?
6- Daandii konkollattaa/highway irraa gaafa baattu qarshii hangam kaffaltee beekta?
Muuvvii ykn film fi sirboota, Farfannaa fi Qurraana dabalatee ciiddii/CD/DVD mana kee keessa jiraan hangamtu Afaan Oromoo ti?
7- Mana keessaan keessa maatin keessaan meeqa ta'uu? Meeqaan isaanniittu Afaan Oromoo dubbatta? Meeqaan isaanniittu biyyaa Oromiyaa irraa dhuffe, meeqatus biyyaa ambaattii dhalate?
8- Waa'ee biyyaaf dachee kan quba qabaan meeqa?
9- Fayyiidaa Oromiyaan akka biyyaatti nurraa eegdu maali!
KKK.....ITTI FUFA.
Maarree Holqa Boolee akka fakkeenyaatti yoo kaafnee, Oromiyaa soorreetti hanqina Ooggummaa fi Qarroomnaa ijoollee ishee dhabuun hiyyeettii taattee jennee dubbachuuf nama hin dhibu. Ijoolleen Oromoo qaqqaroon biyyaas ta'ee Biyyaa alaa keessatti teekkinnolloojjii Amayyaa kana wajjiin qilleensa keessa jiru, Gimbiif Danbi Looloo keessaa warri ol bahaan, Holqa BOOLEE Shawwaa keessaa uttuu hin mildhannee, Xiyyaa farranjii ballalliissannii biyyaa biyya irra yaa'uu. Oggeessoonni shawwaa fi Baalee keessaa ali yaa'aan illee fiiggichaan adunyaa irraa qaxxamurranniiruu, Holqa Boolee gadi bu'annii dhiiroo Holqi kun nu fiissisuu danda'aa jedhannii wal hin gaaffannee, Attilleettonnii Oromoo holqa Booleetti uttu gad bu'annii meettira 500-1000 kan ta'ee dorgommii holqa keessaa gochuu dhaan warqee fi albuudda cimma ittiin galchuu danda'uu turan. Amas yeroon jira, bakka bashannanaa yoo kaafnee addunyaa kana keessaa bakkee hedduu heeruu dandeenya garuu Uummamaan kan akka dachee Oromiyaa tasummaa arguun waan danda'amuu natti hin fakkaatu, Nus dhokkissannii seenaa keenyaas warri dhoksaan yeroo bakkeewwaan gallii cimmaaf ooluuf turaan kan akka Holqa Boolee, Maassaraa Jimmaa Abbaa Jiffaar, Gimbii dhagaamalkaa Hoolaa, Gaara Abbaa seenaa, Gabaa Maqa Najjoo mana lafa jala jiruu eenyumtuu furtuu isaa kutee itti seenuun soddaa guddaa kan Uummatta naannoo sanatti naqe, Harroojjii Lolaa Ja'aa warra riqqicha bara durrii gara sammiitti ol-ijjaarre, Dongorroo Warra Dissii bara durrii bishaan maaliif yaa eessaa deema, eessaa dhufe? Yaa'a bishaannii dhaabbuuf carraaqqii cimmaa warra godhaan, Dhagaa Dubbattuu kan gaara Kiingii, Gabaa Dabalaa lafa seenaa,
bakkeewwaan hedduun karaa baalee fi Arsii Akkasumaas Harar fi Booranaa, Walloodhaaf Illuu keessaatti argamaan lakkaawwamannii dhumuu hindanda'aan.
Mee ega lamaan isaanniif dursa ha laannuu!
1- Holqa Boolee naannoo finfinneetti dhi'aata
2- Maassaraa Jimmaa Abbaa Jiffaar
uttuu akka Oromootti namnuu bakka jiruu walti dirmattee waan qabuu walti darbee Bakka daawwannaa guddaa bakkeewwaan kana irratti humna tokkoon ta'ee hojjetee, addunyaa keessaatti dacheen keenya seenaa isheen sadarkaa ol-aanaa keessaa dhufuun ishee shakkii tokko illee hin qabu. Kan akka Laga Malka Sadee fi kanneen birroon silaafuu haandhuura daawwii Oromootti. Maaree dhiiroo bakka jirtannittuu video kana warra tolchannii yeroo isaannii harsaa godhannii waan hawwallamee ija sabaa duraa hugguramee as baassanniif galata galchuun barbaada, hunduu naaf galateeffadha.
Hojiin isaannii kun gargarsii lammii duubaan jiraannaan kan itti fuffuuf, guyyaa tokkoo bakkeewwaan Tuurziim Oromiyaa kan jedhu wajjinnuu daawwachuuf jira. Inni kun muldhat qofaa uttuu hin taannee deggerssa Waaqaa fi Hiixxannaa lammiittiin galma ga'a jedheen amana.
yaada koo hin xummurree...guyyaa birraa yoo carraan argamtee dhimma kana Irraatti OBS wajjiin sagantaaf karooraa Porrojjeektii keenyaa Bakkeewwaan daawwii Oromiyaa Amayyeessuuf jedhu maali ta'uu qaba? Akkamittiin eegaluu? Misoomni inni jalqabaa maali lammii irraa hoo maltu eegama?
kan jedhuun isinnittin deebi'aa
Galtoomaa!
Abdii Boriittiin
https://youtu.be/oE_LxqUSIlk
Jirtuu Iyyeetti Fakkeessanii!
Gola ishee honsannii, Seenaa ishee dhoksannii,
Kunnoo guyyaan ga'ee Ifatti arginnee,
Baayyee gaddinneeraa,
hanga hardhaatti kan goowwoomnee,
kan darbee nuga'aa dhaabbannee daawwaannee,
Oromiyaa keenyaaf maaliif fala hindhoofnee!
Qabeenya Uummaan akka badhaassaatti nuuf laateef Seenaa Bara dheeraa kan qabu Waa'ee Holqa Boolee quba qabdu?
Ilmaan Oromoo Kan diqama Oromummaa qabu hundaaf seena kana dhaamuun barbaada, innis biyyoota alaa keessatti warri parkii ykn bakka daawwii deemtan hunduu sammuu keessaan keessatti icciittii ani isin gaaffadhu deebbii isaa mana mana keessaan keessaatti waliin mar'adha
1- Bara meeqa biyyaa alaa jiraatee? ----------
2- yeroo meeqa bakka bashannanaa deemte?
3- Daawwannaa kee keessaatti waanti uummamaan ati argittee itti gammaddee hangam ta'aa?
4- Jireenya kee keessatti Uummamni hangam si dinqissiissa laata?
5- Yeroo biyyootta hedduu deemte ta'ee daawwannaa dhaaf hangam kaffalteetta?
6- Daandii konkollattaa/highway irraa gaafa baattu qarshii hangam kaffaltee beekta?
Muuvvii ykn film fi sirboota, Farfannaa fi Qurraana dabalatee ciiddii/CD/DVD mana kee keessa jiraan hangamtu Afaan Oromoo ti?
7- Mana keessaan keessa maatin keessaan meeqa ta'uu? Meeqaan isaanniittu Afaan Oromoo dubba
8- Waa'ee biyyaaf dachee kan quba qabaan meeqa?
9- Fayyiidaa Oromiyaan akka biyyaatti nurraa eegdu maali!
KKK.....ITTI FUFA.
Maarree Holqa Boolee akka fakkeenyaatti yoo kaafnee, Oromiyaa soorreetti hanqina Ooggummaa fi Qarroomnaa ijoollee ishee dhabuun hiyyeettii taattee jennee dubbachuuf nama hin dhibu. Ijoolleen Oromoo qaqqaroon biyyaas ta'ee Biyyaa alaa keessatti teekkinnolloojjii Amayyaa kana wajjiin qilleensa keessa jiru, Gimbiif Danbi Looloo keessaa warri ol bahaan, Holqa BOOLEE Shawwaa keessaa uttuu hin mildhannee, Xiyyaa farranjii ballalliissannii biyyaa biyya irra yaa'uu. Oggeessoonni shawwaa fi Baalee keessaa ali yaa'aan illee fiiggichaan adunyaa irraa qaxxamurranniiruu, Holqa Boolee gadi bu'annii dhiiroo Holqi kun nu fiissisuu danda'aa jedhannii wal hin gaaffannee, Attilleettonnii Oromoo holqa Booleetti uttu gad bu'annii meettira 500-1000 kan ta'ee dorgommii holqa keessaa gochuu dhaan w
bakkeewwaan hedduun karaa baalee fi Arsii Akkasumaas Harar fi Booranaa, Walloodhaaf Illuu keessaatti argamaan lakkaawwamannii dhumuu hinda
Mee ega lamaan isaanniif dursa ha laannuu!
1- Holqa Boolee naannoo finfinneetti dhi'aata
2- Maassaraa Jimmaa Abbaa Jiffaar
uttuu akka Oromootti namnuu bakka jiruu walti dirmattee waan qabuu walti darbee Bakka daawwannaa guddaa bakkeewwaan kana irratti humna tokkoon ta'ee hojjetee, addunyaa keessaatti dacheen keenya seenaa isheen sadarkaa ol-aanaa keessaa dhufuun ishee shakkii tokko illee hin qabu. Kan akka Laga Malka Sadee fi kanneen birroon silaafuu haandhuura daawwii Oromootti. Maaree dhiiroo bakka jirtannittuu video kana warra tolchannii yeroo isaannii harsaa godhannii waan hawwallamee ija sabaa duraa hugguramee as baassanniif galata galchuun barbaada, hunduu naaf galateeffadha.
Hojiin isaannii kun gargarsii lammii duubaan jiraannaan kan itti fuffuuf, guyyaa tokkoo bakkeewwaan Tuurziim Oromiyaa kan jedhu wajjinnuu daawwachuuf jira. Inni kun muldhat qofaa uttuu hin taannee deggerssa Waaqaa fi Hiixxannaa lammiittiin galma ga'a jedheen amana.
yaada koo hin xummurree...guyyaa birraa yoo carraan argamtee dhimma kana Irraatti OBS wajjiin sagantaaf karooraa Porrojjeektii keenyaa Bakkeewwaan daawwii Oromiyaa Amayyeessuuf jedhu maali ta'uu qaba? Akkamittiin eegaluu? Misoomni inni jalqabaa maali lammii irraa hoo maltu eegama?
kan jedhuun isinnittin deebi'aa
Galtoomaa!
Abdii Boriittiin
https://youtu.be/oE_LxqUSIlk
Qe'ee Oromoo Holqa Boolee
youtu.be
Oromia Broadcasting Services (OBS) is an independent and