Qabsoo Diddaa Gabrummaa godhamurratti Oromoon hundi qoodasaa ba'uun akka irraa eegamu Oromooni biyya UK jiraatan dhaaman
Roorroofi hacuuccaa ummata Oromoorra gahaa jiru hundeedhaan mancaasuun kan danda'amu, Oromoon hundi bakka argamutti sochii fincila diddaa gabrummaa godhamuuf gumaata isarraa eegamu yoo gumaache qofa akka ta'e Oromootiin biyya Yuunaayitid Kingdam(UK) keessa jiraatan hubachiisan. Hawaasni Oromoo kunniin kana kan hubachiisan Ayyaana yaadannoo Fincila Diddaa Gabrummaa kaleessa(29/11/2014) magaalaa Leedsitti wayita kabajametti yoo ta'u, yaadannoo kanarratti qaamoleen hawaasaa Oromoo magaalaawwan biyyattii gara garaarraa walitti dhufan irratti argamaniiru. Roorroo ummata Oromoorra gahaa j... more »
Dhaloota Abaarame Akka Hinjedhamne
*Dhaloota Abaarame Akka Hinjedhamne* Oromoon uumamaasaatiin dursee nageenya jaalata; nageenya kadhatas. Qe’eesaarratti tasgabbaa’ee jiraachuu fedha; jireenya ilma namaatiifillee tasgabbii fedha. Haata’u malee fedhiin Oromoo kun haala qabatamaatiin eega dimimmisee yeroonsaa dheerateera. Biyyasaarratti abbaa biyyaa, qe’eesaarratti aabbaa karraafi abbaa dhuga ta’uun hafee, akka sar-diidaa adamsamuu eega jalqabee oolee bubbuleera. Waa’ee seenaa gabrummaa Oromoo irra deebi’ee isin yaadachiisuu hinfedhu. Garuu Oromoon biyyasaarratti hadhaa gabrummaa hadheeffachuu eega eegalee bara b... more »
Untitled
VOA Interview with Obbo Leenco Lata - July 28, 2012 www.youtube.comVOA Interview with Obbo Leenco Lata - July 28, 2012
Ethiopia: Journalists Live in Fear of 'Terror' Law
OromiaTimes at Oromia Center For Human Rights: Exposing the Massive Human Rights Violation in Oromia - 2 years ago
Ethiopia: Journalists Live in Fear of 'Terror' Law By Charlayne Hunter-Gault, 19 June 2012 guest column Nowhere across Africa is the message that its people want a way out of what I call "the four Ds" - death, disease, disaster and despair - more resounding than among the continent's journalists. In nation after nation, they are attempting to inform their people of their rights and encourage them to hold their governments accountable. For that, many of them are being held accountable in the most draconian ways. I have seen this first hand in Zimbabwe, where Robert Mugabe's regime h... more »
Galgala Aadaa Hawaasa Oromoo Giddu Galeessa Awurooppaa
OromiaTimes at Oromia Center For Human Rights: Exposing the Massive Human Rights Violation in Oromia - 2 years ago
Oromian Center For Human Rights: Exposing Massive Human Rights Violations in Oro

No comments:
Post a Comment